Naannoo Beegiitti lafeen mataa nama 20fi gidiraan uummataa gabaafame
Gareen maafiyaa Finfinnee hanga Beegiifi Beegii hanga Asoosaatti ijaarame uummata baadiyyaafi magaalaa Beegii irratti ajjeechaa, gudeeddiifi saamicha raawwachaa jiraachuun gabaafame. Dhiyoo kana bakka gareen kun itti nama ajjeesa jedhamutti lafeen mataa nama 20fi waraqaan eenyummaa namoota 8 argamuun himameera. Uummanni nama itti himatu dhabee gidiraa hamaa keessa jiraachuunis ibsameera.
Full story: Jawar Mohammed
Jawar Mohammed
Tikvah Ethiopia · 28 Nov 2026
BBC Tigrinya · 25 Nov 2026
DW Amharic · 27 Nov 2026
Addis Fortune · 28 Nov 2026