Fuulli Feysbuukii Dr. Ililii Jamaal mirkanaa'e
Dr. Ililii Jamaal fuulli Feysbuukii isaanii mirkanaa'uu ibsaniiru. Akkasumas, maqaa isaanitiin fuula wal fakkaatu banuun odeeffannoo sobaa kan maxxansan irraa of eeggannoo akka godhan hordoftoota isaanii gorsaniiru.
Full story: Jawar Mohammed
Jawar Mohammed
Tikvah Ethiopia · 28 Nov 2026
BBC Tigrinya · 25 Nov 2026
DW Amharic · 27 Nov 2026