Zena Digest
Oromoo
Tikvah Ethiopia3

Yuukees gurgurtaa haaduu irratti seerota haaraa baasuufi

Akka gabaasni Dhisfiloojar Tiviin (Disclosure TV) baase ibsutti, Yuukeen seera haaraa daldaltoonnii fi namoonni haaduuwwan meeshaalee nyaataa dabalatee gurguran hundi heeyyama waggaa sadii sadiin haaromfamu akka baafatan dirqisiisu baasuuf jirti.

Seerichi namoota heeyyama malee gurguran kan adabu yoo ta'u, daldaltoonnii fi namoonni haaduu alaa galchan hordoffii poolisiitiif akka saaxilaman taasisa. Kaayyoon guddaan seera kanaas gurgurtoonni seeraan alaa ijoollee umriin isaanii hin geenyeef mi'oota waraanaa akka hin dhiyeessine ittisuudha.

Full story: Tikvah Ethiopia

Related stories

Zena Digest
Ethiopian news in Amharic, Afaan Oromo and English
Get it on Google Play

More Ethiopian news

All the latest news →